Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo Akkaataa Kabaja Irreechaa Irratti Ibsa Kenne


Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo Akkaata Kabaja Irreechaa Irratti Ibsa Kenne
Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo Akkaata Kabaja Irreechaa Irratti Ibsa Kenne

Ayyaanni Irreechaa bara kanaa weerara COVID 19 fi rakkoo nageenyaa amma jiruun wal-qabatee haala jirutti hundaa’ee ka kabajamu tahuu Gamtaan Abboota Gadaa Oromoo har’a beeksisee jira.
Qeerroo fi Qarreen Oromoo ayyaaneffannaa Ayyaana Irreechaa iaalchisee kallattii Gamtaan Abbotii Gadaa kaa'e kabajuu akka qaban hubachiise , Gamtaan Abbootii Gadaa.

Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo kabajaa Ayyaana Irreechaa kan Hora Finfinnee fi kan hora Arsadii ilaalchisuun ibsa har’a maddeen oduuf kenneen kana dubbate.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo Akkaata Kabaja Irreechaa Irratti Ibsa Kenne
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:58 0:00


XS
SM
MD
LG