Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gamtaan Afrikaa Marii Gaggeessaa Jira


Hogganoonni biyyoota Afrikaa soddomnii guyyaa lamaaf Moritaaniyaa keessatti walgahii ta’anii jiru.Kunis malaamaltummaa dhabamsisuuu akkasumas rakkoo gargaarsa dhala namaa fi nageenyaa faccisuu irratti dubbachuuf ta’uun beekamee jira.

Walgahiin kun Dilbata kaleessaa yeroo banameetti biyya keessummeessaa jirtu moritaaniyaaf prezidaantii kan ta’an Mohammed Aziz waa’een nageenyaa arditti keessatti kufuu mala jechuun akeekkachiisan.Kunis Maalii keessatti humnootii nagaa to’atan kan Faransaayii irratti haleellaa qiyyaafateetti quba qaban.

Walgahiin kun waa’ee deemsa nageenyaa sudaan Kibbaa fi karoora araaraa Ertraa fi Itiyoophiyaa gidduu irratti mari’achuuf jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG