Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Naga Eegisisu Kan Tokkummaa Mootummootaa Siiriyaa Keessatti Itti Dhukaafame


Gareen naga eegumsa tokkummaa mootummootaa ennaa isaan hojii qorannaa magaalaa Siiriyaa geggeessaa akkasumas qorattoota meeshaa keemikaalaa eegaa turanitti dhukaasi fi dho’iinsi isaan mudachuu hoogganaa dhaaba ittisa meeshaa keemikaalaa Ahmet Uzumucu beeksisaniiru.

Balaan kun kan dhaqqabe Kibxata darbe ennaa ta’u gareen qorannaa sun gara Damascustti deebi’ee jira.

Maddeen tokkummaa mootummootaa VOAf akka ibsanitti gareen ennaa balaan sun dhaqqabetti miseensonni garee naga eegumsaa balaan madaa’uu irra ga’ee jira.

Gareen qorattootaa kun yoom Doumatti akka bobba’u hin beekamin jira jechuun hoogganaan dhaaa ittisa meeshaa kiimikaalaa ibsaniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG