Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gareen Talibaan Maadhee Waraana Afgaanistaan Tokko To’ate

Leellistoonni Taliban maadhee waraana Afgaanistan gama kaabaa to’achuu dhaan loltoota mootummaa hedduu to’annaa jala oolchuun kaan ajjeesanii jiran.

Mooraan Chenaya kan Ghormachi keessa jiru to’annaa jala kan oole lola hamaa booda.

This item is part of
XS
SM
MD
LG