Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gargaaruuf Gargaarsa Argachuu Qabna


Jaarmayaan addunyaa irraa dhukkuba EEdsii dhukkuba sombaa fi Busaa dhabamsiIsuuf hojjatu Globaal Fand sagantaa wal’ansaa fi ittisa dhukkubootaa haga ammaatti gaggeesseen lubbuu nama miliyoona torbaa fi walakkaa du’a irraa oolchuu isaa ibsee jira.

Ta’us garuu rakkoo dinagdee addunyaa mudateen waadaan maallaqa kennuuf arjoomtonni seenan waan hin kabajmneef jecha hanqinni maallaqaa kan isa mudate ta’uu dubbata.

Gama kaaniin dhukkuboonni nama irraa namatti hin daddabarre gara fuula duraatti fayyaa uummataa irratti rakkoo jabaa uumuuf kan jiran ta’uu Daayreeterri walii galaa kan Jaarmayaa fayyaa addunyaa Dr margareet Chaan hubachiisanii jiru.

Furdinni, dhukkuba sukkaaraa, dhukkuba onnee, kaansarii fi kanneen biroon addunyaa irratti hammachaa kan jiran ta’uu hubachiisan

Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG