Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazexxesonni Siwiidin Hidhaan Adabaman


Manni murtii Fedeeraalaa kan Itiyoophiyaa gazexxesoota lammi swiidin lama irratti mata mataatti hidhaa waggaa 11 murtessee jira.

Himannaan irratti dhiyaates shoroorkessummaa deggeruu fi seeraan ala daangaa Itiyoophiyaa seenana kan jedhu ture.

Gazexxeessaa kan ta’e Maartiin shibiyee fi suuraa kan kaasu yohaan piirson adda bilisummaa biyyoleessa Ogaadeen waliin somaaliyaa irraa daangaa cabsuun bulchiinsa naanoo somaalee senanii ituu sosso’anii qabaman jedha himannaan dhiyaate.

Gazexxeessonni lameen garuu warshaa biyya siwiidin kan Ogaadeen keessatti hojii boba’aa qotanii baasuu irratti bobba’ee kan ilaaleen gabaasuuf gamas senne jechuun falman. Seeraan ala daangaa seenuu isaanii garuu amananii jiran. Gabaasaa Guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG