Xurree ittiin seenan

Breaking News

Geetaachoo Raddaa: Mootummaan Milishoota Naannoo Amaaraa Waraanatti Erguudhaaf Yaalii Gochaa Jira


Dubbii Himaa Adda Bilisabaasaa Baasaa Ummata Tigraay (ABUT), Geetaachoo Raddaa (Suuraa faayilii)
Dubbii Himaa Adda Bilisabaasaa Baasaa Ummata Tigraay (ABUT), Geetaachoo Raddaa (Suuraa faayilii)

Dubbii himaan Adda Bilisabaasaa Baasaa Ummata Tigraay (ABUT), Geetachoo Raddaa mootummaan milishootaa naannoo Amaaraa gara waraanaatii erguudhaaf yaalii gochaa jira jechuudhaan balaaleffataniiru.

Geetaachoo Raddaa fuulaa tiwiiterii isaanii irratti barreeffama baasaniin qotee-bultootaa Amaaraa hidhachiisanii Tigraayii irratii dhulchisuun bu’aa akka hin qabne himanii, humna haadholee Tigraay ajjeesuuf dhufuu kamiiniyuu akka adaban ibsuudhaan dhaadataniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG