Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godinaa Gujitti WBO Simachuuf Qophoofne, Jedha Koreen Araaraa


Godina Gujiitti Simanaa Waraana Bilisumaa Oromoof taasifamuuf qophiin xumuramuu isaa koreen araaraa gama Gujiitti imale beeksisee jira. Kamisa dhufu Abbotiin Gadaa walgahanii simanaa guddaa taasisuuf jiru, jedhame. Muktaar Jamaal tu Shaakkisoo irraa gabaase.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:00 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG