Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gumiin Waaltaalee Amantii Haleellaa Waaltaalee Amantii Irratti Raawwatame Balaaleffatan

Magaalaa Mooxaa
Magaalaa Mooxaa

Gumiin waaltaa amantii Dirree Dhawaa naannoo Amaaraa magaalaa Mooxaa keessatti haleellaa waaltaalee amantii irratti raawwatame balaaleffatee jira. Gumiin waaltaalee amantii naannoo Harariis ibsa wal fakkaatu kan baase yoo ta’u magaalaalee adda addaa keessattis hiriirri mormii gocha kana balaaleffatu geggeessamee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:03:22 0:00



This item is part of
XS
SM
MD
LG