Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gurbaan Amerikaa ganna 19 Bundesliga,Schalke taphatu,Matthew Hoppe taphatu tokkotti goolii sadii galchee kilabii sun malkaa dabarse


FILE-US national player Weston McKennie, second from left, exercises with his Bundesliga team of soccer club FC Schalke 04 during a training session in Gelsenkirchen, Germany, April 29, 2020.
FILE-US national player Weston McKennie, second from left, exercises with his Bundesliga team of soccer club FC Schalke 04 during a training session in Gelsenkirchen, Germany, April 29, 2020.

Amerikaan taphattoota kubbaa miilaa hedduu biyya alaatii qabdi.Hoppen Sadaasaa keessa kilabii tanatti dabalame.Tapha 16 keesatti takkuma goolii hin galchine.Dorgommii kilaboota kubbaa miilaa Jermenii,Bundsliga guyyaa dheengaddaaH offenheim waliin taphatte 4-0 moote irratti sadii galfate.

Kilabiin innii taphatuuf tun tapha 30 keessatti mooteetu hin beettu.

Namii Amerikaa Bundesliga dura taphatu gooli sadii galfate isuma qofa.Nama innii waliin taphatu Armine Harit kubbaa tana qajeelchee dura buuse.Innii ammoo irraa fuudhetti goolii keessa buuse.

Namii kubbaa tana Mattew kenne,Armine Hari dhalootaan Morokkoo innilleen tapha sun iratti goolii tokko galfate.Kilabin Schalke tun akka kanaan qabxii 7 argattee oli baate.

Namii kun dhalootaan Kaalifoorniyaa marroo 20 kilabii Jermenii tanaa taphatee goolii shan galcheef.Taatullee Amerikaaf takkuma dorgommii gugurdoo irratti taphaeefii hin beeku.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG