Xurree ittiin seenan

Breaking News

Taajjabdoota Gamtaa Awurooppaa fi Gabaasa Filannoo Itiyoophiyaa



Gamtaan Awrooppaa wiirtulee filannoo guutummaa biyyattii jiru keessatti jiloota 170 bobbaasuun hanga ba’iin isaa beeksisamutti filannoo Itiyoophiyaa sana hordofaa ture. Gabaasaa isaa erga xumuree boodas Itiyoophiyaa keessatti beeksisuuf yaaliin godhe uggura irra kaa’ameen hin milkaa’in hafe, jedha gurumuun kun.



Hoogganaan garee taajjabdoota kanaa Taayihs Bermaan Braasils keessatti gaazexeessotaaf ibsa kennaniin biyyoota hedduu keessatti filannoo taajjabuuf jiloota ergine, kan akka Itiyoophiyaa keessatti ta’ee kana argine. jedhan.

Muummichi Ministeraa Itiyoophiyaas waa'ee gabaasaa sanaa ammaan-dura ibsa kennaniin gabaasaan sun maal akka ta’uu danda’u waanan hubadheef dhaga’uuf fedhii hin qabu jedhanii turan.

Gabaasa guutuu MP3 tuquun dhaga’aa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG