Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Ayyaanaa Ta'uus Of-eggannoon Akkaan Barbaachisaa Dha: Jiraattoota

Agarsiisa guyyaa Guyyaa Galataa, Niiw Yoorki, Sadaasa 25, 2021
Agarsiisa guyyaa Guyyaa Galataa, Niiw Yoorki, Sadaasa 25, 2021

Yunaaytiid Isteetes keessatti baatii Sadaasa torban 4ffaa keessa guyyaan Kamisaa jiru "Guyyaa Galataa" jedhamee kabajamuu eega jalqabee yeroo dheeraa ta'e jira.

Ayyaanni kun har'a a kabajamaa kan jiru yoo ta'u, dhiibbaa dhukkubii KOOVIID-19 geesiseen kan ka'e bara darbee akka baratameetti hin kabajamiin darbe.

Seenaa ayyaaan kanaa fi muxannoo isaanii akka nuu ibsaniif jiraattoota naannoo Waashiintan Dii Sii (DC) haasoofsiifnee jirra. Caqasaa

Guyyaa Ayyaanaa Ta'uus Of-eggannoon Akkaan Barbaachisaa Dha: Jiraattoota
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:26 0:00

This item is part of
XS
SM
MD
LG