Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaaytid Isteetes Qabsaa'iicha mirga Gurraachoota Maartiin Luutar Kiingi Juniiyar Yaadataa Jirti


Dr. Maartiin Luutar Kiing
Dr. Maartiin Luutar Kiing

Waggaa waggaan baatiin Amajjii seenee Wiixata isa sadaffaa kan kabajamuu guyyaan Maartiin Luutar Kiing Juniiyar barana

yeroo weerarri dhukkuba Koviid-19 walitti dhufeenya uummataa daangeessee akkasumas Amerikaan prezidaantii haaraa muuduuf qophii gochaa jirtuu keessatti sodaa hokkaraa qabaataa yeroo jirtuutti har'a kabajame.

Baroota 1950 taa fi 1960taa keessa mormii karaa nagaan gaggeessuun Amerikaa gama kibbaa keessa walqixxummaan gurraachotaa fi mirgii sagalee kennuu argamsisuuf qabsa'aa turan.

Ayyaana kana projektii tajaajiila hawaasaa ikan Kiing gaggeessaa turan irraitti hirmaachuun kan kabajamuu yoo ta'u barana garuu sababa weerara vaayrasii Koronaan kun hin ta'iin hafee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG