Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haalli Yemenii fi Liibiyaa Keessaa Nu Yaaddesse Jedhu Baqattoonni


Baqattoonni Yemen keessaa birmannaa qaama dhimmi ilaaluu eeggataa jirra jedhu. Kanneen Libiyaa keessa jiran baqattoonni Oromoos haalli hundumtuu daran hammaachaa adeemuu isaa ibsan.

yoo manaa gad baane deebinee galuun keenya gaaffii keessa waan jiruuf jecha, waan binnee mana keessaa qabnu nyaannee fixaa waan jiruuf du’uuma keenya eeggachaa jirra jedhu baqatonni kun.

Gama kaaniin yemeen keessa baqatonni jiran haalli yeroo ammaa biyyatti keessa jiru lubbu keenyaaf sodaachisaa ta’eera. Yeroo ammas dorsifamaa jirra jedhan.

Kanaaf jecha qaamii dhimmi ilaaluu nu hin birmatu taanaan haala hamaatu nu eeggata jedhu.

Gabaasaa guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG