Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haaris Kaadhimamummaa Dimookiraatota Yeroo Fudhattu Mul'ata Qabdu Dhiheessuf Jirti 

Itti Aantuu Pirezdaantii Yunaaytid Isteets Kaamila Hariis yeroo dula filannoo geggeessan, Wiskaansan, Hagayya 20, 2024.
Itti Aantuu Pirezdaantii Yunaaytid Isteets Kaamila Hariis yeroo dula filannoo geggeessan, Wiskaansan, Hagayya 20, 2024.

Itti Aantuu Pirezidaantiin Yunaaytid Isteet Kaamilaa Haaris Kamisa harraa galgala dhumaa walgahii biyyoolessaa Dimookiraatotaa waltajjiitti bahuun kaadhimamtuu pirezdaantii paartii Dimookiraatotaa ta’uu sirnaan ni fudhatu.

Haasaan fudhatama Haaris mul’ata pirezidaantummaaf qabdu lafa kaa’uuf carraa ta’aaf. Gahee itti aanantuu pirezidaantii ta’uun alatti baayyonaan kan hin beekamne Haaris, haasenyi godhuuf jiran Pirezidaant Joo Baayiden irra deebiin filatamuu akka hin barbaanne erga beeksisanii fi ishiin duula filannoo mataa ishee erga jalqabdee ji’a tokko booda ta’a.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG