Xurree ittiin seenan

Breaking News

Heleellaan Siiriyaa Keessatti Raawwate Lubbuu Hedduu Galaafate


Heleellaan Siiriyaa Keessatti Raawwate Lubbuu Hedduu Galaafate
Heleellaan Siiriyaa Keessatti Raawwate Lubbuu Hedduu Galaafate

Haleellaan of wareegaa konkolaataa irraa har’a ganama ganda Siiriyaa al-Bab cinatti dho’ee jira. Haleellaan kun kan raawwate humnootiin turkii fi michooni isaanii magaalaalee tarsiimoo ta’an IS harkaa erga baasanii booda.

Siivilota hedduu dabalatee loltoota ripxe loltootaa fi yoo xiqqaate loltoonni Turkii haleellaa sanaan yoo du’an lakkoobsi namoota du’anii 65 ga’uu sabaa himaalee fi angawoonni Turkii beeksisaniiru.

Dho’iinsi har’aa inni duraa keellaa naga eegumsa mormitootaa kan ganda Sousian keessatti ture.

XS
SM
MD
LG