Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Togoogaa Irratti Ibsa Jaarmayoota fi Deebii Mootummaa


Suuraa viidiyoo irraa fudhatame - nama haleellaa xiyaaraa jedhameen madaahe ambulaansiidhan Hoospitaala Riferaalaa Ayidar yeroo gahu, Waxabajjii 23, 2021
Suuraa viidiyoo irraa fudhatame - nama haleellaa xiyaaraa jedhameen madaahe ambulaansiidhan Hoospitaala Riferaalaa Ayidar yeroo gahu, Waxabajjii 23, 2021

Magaala Maqaleetti dhiyoo kan taatee Togoogaa bakka lafa gabaattii haleellaa sami irraa gaggeeffameen namoonni miidhamanii wal'ansa fayyaa akka hin argannee dhorkamanii turan maqaala Maqakee keessa jiru hospiita Aydar seenuu jalqabuun isaanii ibsameera.

Mootuummaan Yunaaytid Isteetes, gamtaan Awuroopaa fi Tokkummaan mootummootaa haleellaa dhaqqabee fi namoota mada'an wal'ansaaf akka hin deemnee karaatti ugguramuu balaaleeffachuun ibsa baasanii jiru.

Gama kaaniin koreen fannoo dimaa kan sadarkaa addunyaa ibsa baaseen karaa waldaa fannoo dimaa Itiyoophiyaa kanneen mada'an baasuun danda'amee jira.

Tajaajillii Ambuulaansii fannoo dimaa Itiyoophiyaa uummataaf barbaachisaa ta’u konkoolaataan tajaajiila fayyaaf olaan akkasumas hojjatonni gargaarsaa kabajamuu akka qaban aangawaan koree fannoo dimaa damee damee Maqalee hubachiisanii jiru

Gama kaaniin ibsa qaamonni addunyaabaasan kana irratti Ministriin dantaa alaa Itiyoophiyaa ibsa kennee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa.

Haleellaa Togoogaa Irratti Ibsa Jaarmayoota fi Deebii Mootummaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:41 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG