Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hanqinni Bajataa Ameriikaa Raasaa Jira


Baatilee darbanii qabee falmiin bajataa mootummaa America danqaa guddaa uumee jira. Kana irraan kan ka’es hamma jimaata darbe walakkeessa halkaniitti mootummaan federaalaa cufamuu mala sodaa jedhutu ture. Walii galtee dhabiinsi bajataa kun presidentii fi paarii mormituu congresaa gidduu kan jiru si’a ta’u amaluma siyaasaa isa dhugaa ti, Mootummaa cufuu jechuun garuu amala siyaasaa kanattii adda

Hayyoonni siyaasaa adeemsa siyaasaa America isa kamtu mootummaan cufamuuf sababaa ta’a isa jedhu irratti mari’ataniiru. Cufamuu mootummaa jechuun hojjettoonni federaalaa hojii dhaabu, tajaajilli uummataa fi waajjiraaleen bajata mootummaan socho’anis hojii dhaabu jechuu dha.

MP3 tuquun dhaggeeffadhaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG