Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa ykn WHOn gargaarsa meeshaalee wal’ansa fayyaa Tigraayti kan erge yoo ta'u achitti raabsuf garu hanqiinni boba'aa mudachuu ibsee jira.
Gama kaaniin Dhukkuubi KOOVIID-19 Afrikaa keessatti maal irra jira? Gabaasa Lisaa Shelaayiin Jenevaa irraa Ergiite jaallannee tu dhiyeessa.