Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hanqinni Boba’aa Tigraay Keessaa Rakkoo Geejjibaa Naannoo Sanaa Hammeessuun Gabaasame


FAAYILII - Magaala Maqalee, Tigraay
FAAYILII - Magaala Maqalee, Tigraay

Daandiin utuu hin cufamin dura kan gale liitirii 50,000 irra darbee baatilee saddeettan darbsniif boba’aan Tigraayiin seene homtuu kan hin jiraanne ta’uu waajjirri daldalaa fi industrii naannoo sanaa beeksisee jira.

Jiraattonni Maqalee VOAf akka ibsanitti hanqinni boba’aa gama geejjiba magaalaalee naannoo sana gidduu jiranii irratti rakkoo uumuu isaa fi lammiiwwan industrii sana keessa hojjetaa turan illee hojii malee hambiseera jedhn.

Hanqinni kunis dameewwan adda addaa jechuunis, eegumsa fayyaa, industriiwwan irrtti dhiibbaa geessisee jira. Jiraattonni naannoo uggurri kun akka dhaabatuuf lammiiwwan jireenya isaanii idilee itti fufuu akka danda’an hawaasa addynyaatti iyyataniiru jechuu dhaan Mulugeta Atsbehaa Maqalee irraa gabaaseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG