Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hindii fi Dhukkuba KOOVIID-19


Ministeerri fayyaa kan Hindii Har’a akka gabaaseetti sa’atilee darban 24 keessatti namoonni Kuma 100,636 haaraa dhukkuuba KOOVIID-19 n qabamuu, kunis guyyoota darban 61 keessatti isa gad anaa ta’u beeksisee jira.kanneen sa’atii 24 keessatti du’an immoo 2427 ta’u beeksiisee.

Dilbata kaleessaa ministeerrii Fayyaa kan Briteen Maatt Hankook akka jedhanti vaayrasiin Koronaa gosa Deltaa jedhamu kan jalqaba Hindii keessaa argame sun vaayrasii isa kaan Alfaa jedhamu irra daddabruuf carraa harka 40 caalaan qaba.

Briteen keessatti gosii vaayrasii Koronaa inni Deeltaa jedhamu hammaachuu isaa Hankook oduu gabaastootaaf ibsanii jiru.

Kanaaf kanneen Briteen keessaa talaalamuu akka qaban hubachiisan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG