Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriirri Baahir Daar Itti Fufee Jira 


Magaalaa Baahir Daar keessatti hiriirrii mormii gaggeeffamu waan itti fufeef jecha daldalli akkuuma cufameetti jira.Hiriirrii kunis Uummata Amaara ta’an ajjeesuu fi godaansisuun biyyatti hanga tokko keessatti gaggeeffamu haa dhaabatu kan jedhu ture.

Har’a gara ganamaa geejiibnii kan hin turre yoo ta’u , booda irra jalqabee jira jedhameera. Bulchiinsii mootummaa naannoo Amaaraa hojii dhaabiinsa mormii kana irratti mormii qabu ibsee jira.

Dubbii himaan bilchiinsa naannoo Amaaraa Obbo Gizaachoo Muluunah akka jedhanti hiriirrii mormii akkasii eenyuuf iyyu bu’a kan hin qabnee fi inuumaa iyyu dinagdee kan miidhu ta’u dubbatan jechuun Asteer Misgaanaaw Baahiir Daar irraa gabaastee jirti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG