Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hirmaannaa Filannoo Dhalattoota Sab-lammii Hararii Laalchisee Murtii Haaraan Kenname


Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa, dhalattoonni saba-lammii Hararii bulchiinsa naannoo Harariitii ala jiraatan filannoo naannoo Harariitti hirmaachuuf bu’ura seeraa isaaniif eyyamu hin qaban, jedhuun murtii ammaan dura dabarsee ture, Mana-murtii Walii-galaatti, dhaddachi deemsa filannoo fi ba’ii filannoo irratti ol iyyannoo dhaggeeffatu kuffisuu isaa, Gumiin Biyyoolessaa Hararii beeksisee jira.

Boordiin Filannoo murtii kana irratti yaada kennuu irraa of qusatee jira – jechuun gabaase – Addis Chekkol.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:57 0:00
More
XS
SM
MD
LG