Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hirriibi maali?


Qaami namaa sa'aatilee hanga tokkoof boqochu akka qabau hayyoonni qorannaa adda addaa gaggeessan ibsaa turan.Boqonnaan kun kan guutummaa qaamaa ta’uu qaba kan jedhan Yunivarsitii keessatti ogeessa qorannaa yaadaa qalbii ykn saaykaatrist kan ta’an Dr Tashomeee Shiibirree ti.

Gama kaaniin yeroo dheeraaf rafanii dammaqauu dadhabuun ykn immoo rafuu dadhabuun mallattoo dhukkubaa yeroo inni itti ta’uutu jira jedhu Dr Tashomeen.Ogeessa bira dhaqanii dawaa ykn qoricha nama rafisuu gargaaramuu caalaa, sababaa hirriiba nama dhowwe sanaa qoratanii bira ga’uun caalaa bu’aa qaba.

Gaaffii fi deebii guutuu MP3 tuquun dhaggefadhaa

XS
SM
MD
LG