Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoggantoonii paartii baldaraas Mana Murtiitti dhihaatan 


Hoggaansi olaanaa paartii Baaldaraas, Obbo Iskindir Naggaa (suuraa faayilii)
Hoggaansi olaanaa paartii Baaldaraas, Obbo Iskindir Naggaa (suuraa faayilii)

Hoggaansi olaanaan paartii Baaldaraas kan ta'an obbo Iskindir Naggaa dabalatee namoonni galmee isaaniin waamaman afur mana murtii olaanaa federaalaa lidataa dhaddacha farra shororkeessaa fi dhimmoota heera mootummaa ramaddii 1ffaatti har'a dhiyaataniiru. Abukaatoonni himatamtoota Heenok Akliluu raadiyoo sagalee Ameerikaaf akka ibsanitti himatamtonni kunneen beellama kanaan dura turan irratti sababa manni amala sirreessaa humna namaa gahaa hin qabu jedheen mana murtiitti osoo hin dhiyaatin hafuu ibsaniiru. Beellamni har'aas ragaan abbaa alangaa jecha ragaa kennuuf kan beellamee ture ta'uun ibsameera.

Tsahaay Daamxoo

Hoggantoonii paartii baldaraas Mana Murtiitti dhihaatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:21 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG