Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hospiitaalli Rifeeraalaa Aaydar Haanqiina Oksijiinii Akka Qabu Ibsee Jira


(suuraa faayilii)
(suuraa faayilii)

Magaala Maqalee keessatti kan argamuu Hospitaalli Rifeeraalaa Aaydar keessatti sababaa hanqiina Oksiijiniin kan ka’e torbanneen darban sadii keessatti namoonni 22 du’uu ibsamee jira.

Hospitaalli kun akka ibseetti sababa haanqiina Oksijiiniin kan ka’e hojiin silaa gaggeeffaman danqamanii jiru.Meediikaala Daayreekteera Hospitaala Aaydar Dr. Kibroom Gabra silaas hanqiina mudatee kana furuuf hojjatamaa akka jiru dubbatan jechuun oduu gabaasaa RSA Mulugeetaa Atsebahaa Maqalee irraa gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG