Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnoonni Sudaan Walii-galttee Dhukaasa Dhaabuurra Gahan


FAAYILII - Hogganaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan Abdel Fattah al-Burhan fi Ajajaa Waraana Deeggarsaa (RSF) Mohaamad Hamdaan Dagloo, Muddee 05, 2022.
FAAYILII - Hogganaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan Abdel Fattah al-Burhan fi Ajajaa Waraana Deeggarsaa (RSF) Mohaamad Hamdaan Dagloo, Muddee 05, 2022.

Humnoonni Sudaan wal waraanaa jiran waliigaltee dhukaasa dhaabuu yeroo murtaahee irraatti walii galuun himame.

Ministira Haajaa Alaa Yunaaytid Isteets Antonii Biliinken ibsa Wiixata harraa waaree booda baasaniin "Marii cimaa sa’aatii 48 darban keessatti taasifame hordofuun, Humni Waraanaa Sudaan (SAF) fi Humni Deeggarsa Saffisaa (RSF) dhukaasa dhaabuu guutuu biyyattii Ebla 24 halkan walakkaa irraa eegalee, sa’aatii 72f turu hojiirra oolchuuf waliigaln," jedhaniiru.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG