Xurree ittiin seenan

Breaking News

Humnootiin Tigraay Bulchiinsa Naannoo Amaaraa Keessatti Midhaa Geesiisan Jedhe Amnestiin Gabaasee Jira


Suuraa bakka awwaala namoota ajjeefamanii ta'uu ibsuudhan Amnestiin gabaasa baase wajjin dhiheesse keessaa tokko
Suuraa bakka awwaala namoota ajjeefamanii ta'uu ibsuudhan Amnestiin gabaasa baase wajjin dhiheesse keessaa tokko

Humnootiin Tigraay Bukchiinsa naannoo Amaaraa keessa kan jiran Qobboo fi Cinaa keessatti haleellaan gaggeessan yakka waraanaa fi yakka dhala namaa irratti rawwatame ta’u akka danda’uu gareen mirga dhala namaaf falmu Amneestii Intarnaashinaal gabaasee jira.

Ajjechaa, humnaan gudeeddii fi saamiinsii humnootiin Tigraay magaalaalee bulchiinsa naannoo Amaaraa keessatti gaggeessu gabaasii kun hubachisee jira.Dubartoota gudeeeduu fi namoota ajjeesuun qaama wal waraansaa ta’aa dhufuu ibsamee jira.Kana irratti Addi Bilirummaa Uummata Tigraay (ABUT) kallattiin deebii kenne hin qabu.Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Humnootiin Tigraay Bulchiinsa Naannoo Amaaraa Keessatti Midhaa Geesiisan Jedhe Amnestiin Gabaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:19 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG