Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ibsa Maanguddootaa fi Naannoo Amaaraa Waldaawwan Biroo


Waldaan maangudoota naannoo Amaaraa fi waaldaawwan biroo qoqqobii mootummaan yunaayitid isteets hangaawootaa mootumaa Itiyyoophiyaa fi mootummaa naannoo Amaaraa irraati labsee mormuudhaan ibsa kennaniiru.

Waldawwan kun ibisa magaala Baahir Daar keessatti Kaleessa kennaniin mootummaan Yunaayitid Isteets murtee isaa akka irra deebi’ee ilaalu gaafataniiru.

Labsii ugurii viizaa kan baase mootummaan Yunaayitid Isteets badiinsaa manoomaa Tigiraay keesatti raawwatame keesaa gareewwan harka qaban akka itti gaafataman fi akka mirgaa namoomaa kabajan, akkasumas haalaa gargaarsii namoomaa namootan rakkinaa keessa jiraniif daanqaa malee gahuu danda’u akka mijeessu mootummaa Itiyoophiyaa gaafateera.

Ibsa Baar Daariti kenamee kan hordoftee Asteer Misgaanaawu ti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG