Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ibsa Ministira Haajaa Alaa Itiyoophiyaa


Ministriin Dhimma-alaa Itiyoophiyaa ibsa kaleessa baaseen gargaarsa namoomaa Tigiraayiin dhaqqabsiisuuf rakkoon haala miijessuu furmaata argatee jira, jechuudhaan, kan rakkoo tahee hanqina gargaarsaa tahuuu dubbate.

Mootummaan, Adda Bilisummaa Ummata Tigiraay yokaan ABUT waliin akka marii araaraa irratti dubbatu, gaaffiilee biyyoota waahilootaan dhihaate kan hin fudhanne ta’uus beeksisee jira.

Ministarri Dhimma-alaa Yunaayitid Isteetis, Antonii Biliken, loltoonni Ertiraa fi humnoonni naannoo Amaariaa akka Tigiraay keessaa bahu kan jabeessanii gaafatan yoo tahu, ibsa gidduu kana baasaniin, “humni waraanaa akka gargaarsi naannoo Tigiraay garii hin dhaqqabne danquun isaa mirkaneeffamee jira” jedhaniiru.

Dubbi-himaa Ministrii Dhimma alaa Itiyoophiyaa – Diinaa Muftii dubbisuun kan Eskindir Firew gabaase, Tujubee tu dhiheessa.

Biyyoonni Michoota Ta’an Itiyoopiyaa Irra Dhiibbaan Kaa’an Fudhatama Hin Qabu: Ministrii Dhimma Alaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:06 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG