Xurree ittiin seenan

Breaking News

KFO; Tarkaanfii Fudhachuuf Dursanii Maqaa Nama Irra Ka’uu


Muulaatuu Gammachuu, Itti Aanaa Dura Ta'aa KFO
Muulaatuu Gammachuu, Itti Aanaa Dura Ta'aa KFO

Paartilee biyya keessatti sosso’an keessaa tokko tokko sochii mormii Oromiyaa keessatti gaggeeffame waliin baayyatuus xiqqaatuus hidhata qabu jechuun kan dubbatan ministerri dhimmootii komunikeeshii Itiyoophiyaa Geetaachoo Raddaa carraa argataniin fedhii fi bu’aa ofiif oolchuuf hojjatu jedhan.

Akka fakkeenyaattiis Paartiin Kongresa Federaalawaa Oromoo maqaa dhahuun namoota humnootii shoroorkeessoota ta’an keessa hojjetaa turantu KFO keessa seenee jira jedhu. Kana ilaalchisee itti aanaa dura ta’an KFO obbo Mulaatuu Gammachuu deebii kennaniin nama mirga isaa kabajsisuuf dubbatu kam iyyu maqaa itti moggaasu jedhan.

Yeroo dhimmi namaa qabaatan shoroorkeessaa dha jedhanii maqaa adda addaa itti moggaasuun sabaa-himaa harkaa qabaniin dubbatu jedhan.Paartiin keenya karaa nagaan kan hojjatu ta’e ituu jiru isaan garu humna waraanaa Oromiyaa keessatti bobbaasuun uummata reebaa, hidhaa fi ajjesaa jiru jedhu.

Guutummaa gaaffii fi deebii kanaa dhaggeeffadhaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:58 0:00
Xurree marsariitii

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG