Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ijoollee Tigraay Keessaa Kuma Heedduu Du'atu Isaan Eeggata :Tokk Mootummootaa


Faayilii- Ijoollee mana xiyyitiidhan dhahame fundura tabatan, Bisoobar, Tigraay, Muddee 9, 2020.

Tigraay keessatti ijoolleen haanqiina nyaataan miidhaman kanneen kuma 33 ta'an battalumatti gargaarsa barbaachiisu hin argatan taanaan du'atu eeggataa jira jechuun dhaabbatii daa'immanii kan Tokkummaa Mootummootaa ykn Yuniiseef (UNICEF) hubachiisee jira.

Yuniiseef akka gabaaseetti uummanni 140,000 Tigraay keessatti haala beela fakkaatuu isaan mudatee jira.

Rakkoo Kanaan alattis Ijoolleen 56.000 hanqiina nyaataa amma isaan mudateef wal’ansa barbaadu.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Ijoollee Tigraay Keessaa Kuma Heedduu Du'atu Isaan Eeggata :Tokk Mootummootaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:47 0:00


Yaadawwan Ilaali (2)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG