Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ilaan Maaski Jalatti, Twiteriin Maal Fakkaachuuf Jira?


Ilaan Maaski Jalatti, Twiteriin Maal Fakkaachuuf Jira?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:21 0:00

Dureessichi addunyaa, Ilaan Maaski miidiyaa hawaasummaa twiterii doolaarii biliyoona 44in bituuf dhaabbaticha wajjin Wiixata daarbe erga walii galee booda fayyadamtoonni miidiyaa hawaasummaatif xinxaltoonni, “Maask waltajjiicha akkamitti hogganuuf deema laata?” jechaa jiran.

Hundeessaa OROICT Abdiisaa Bancaa dubbisne.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG