Xurree ittiin seenan

Breaking News

Injinar Simmanyaw Baqqalaa Rasasaan Du'anii Argaman


Itti gaafatamaa guddaa Hujii Hidhaa Abbayaa GERD ganama kana Finfinnnee keesatti rasaasaan ajjeefamuun gabaafame.

Akka oduu poolisii Federaala Itoophiyaatti injineer Simmenyewu Beqqelee ganama kana Finfinnee Dirree Masqalaa keesatti makiinaa V8 keessatti ijjeesan.

“Injineer Simmenyewu ganama kana saatii Itoophiyaa 2:20 irratti reeffa isaa makiinaa keesastti arganii harka isaa gama mirgaatii shugguxii argan.”

Akka oduu arganneetti waan isa ijjeese ragaa hedduu walti barbaaduutti jiran.

Ragaa poolisiin walti barbaaduutti jiru keessaa keessaa;nama odeeffannoo tana qabaachuu dandahahu, odeeffannoo gama biiroo argachuu dandahanii fi waan hedduu.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG