Xurree ittiin seenan

Breaking News

Eega Prezidaant Tiraamp Biyyi Isaanii Gargaarsa Waraana Yukireeniif Taasistu Dhaabsisanii Booda Biyyoonni Addunyaa Yaaddoon Hordofaa Jiru


Eega Prezidaant Tiraamp Biyyi Isaanii Gargaarsa Waraana Yukireeniif Taasistu Dhaabsisanii Booda Biyyoonni Addunyaa Yaaddoon Hordofaa Jiru
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:41 0:00

Awurooppaan waraanni Yuukireen xumura akka argatuuf karooraa baasuun kan dursaa jirtu yommuu ta’u Pireezidaantiin Yuunaayitid Isteetisi Doonaaldi Tiraamp ammoo Wiixata kaleessaa gargaarsa humna waraanaa Yuukireeniif taasiifamu hunda isaa dhaabsiiseera. Biyyoonni Addunyaa gurguddoon yaada isaanii dhimma walitti bu’insichaa fi haala mootummaa Waayit Haawuus irra kaa’atanii hordofaa jiru jedha gaabasaan Anitaa Paaweel. Mitikkuu Fiqaaduu tu dhiheessa.

Forum

XS
SM
MD
LG