Xurree ittiin seenan

Breaking News

Iraan Doniin Waraana Ishee Galaanaan Liqiimfamuu Beeksiifte


Doniin waraanaa Iraan qabdu guddichii kan human galaanaa biyyatti eega ibiddi itti qabatee booda galoo galaana Omaan keessatti dhidhimuu isaa sabaa himaan mootummaa biyyatti gabaasanii jiru.

Gabaasnii ba’e akka jedhutti Doniin Khaarg jedhamu gargaarsaaf jechan gara qarqara buufata Donii Jaask jedhamu dhaqqabuun hojjattonni Doniii dhidhiimtee keessa turan hundi nagaan ba’anii jiran.

Ibiddi kun attamitti Donii sana akka qabatee wanni dubbatamee hin jiru.

XS
SM
MD
LG