Xurree ittiin seenan

Breaking News

Iraan fi Biyyonni Humna Guddaa Qaban Marii Gaggeessan


Kibxata kaleessaa marii gaarii Iraan fi biyootii addunyaa irratti human guddaa qaban gaggeessan kun walii galtee Nukleera bara 2015 tolfameetti lubbuu horuuf garee hojjatu hundeessuuf walii galan.

Kunis biyyonni lameen gara walii galtee Nukleeraatti yoo ni deebi’uu ta’e yaaluuf, kunis Iraan sagantaa Nukleeraa qabdu akka dhaabbuuf yoo walii galtee Yunaaytid Isteetesiis ugguura akka irraa kaaftu kan jedhu of keessaa qaba.

Maanguddonni Awuroopaa aangawoota Iraa fi Amerikaa kanneen Viyeenaa keessa jiran gidduu deemaa jiran.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG