Xurree ittiin seenan

Breaking News

Israa’el Iraan keessaatti haleellaa qilleensaa raawwachuun Gabaafame

Nama mootr saayikilii yaabbatee bilboordii misaa'eloota balistikii Iraan Tehran keessatti tajaajila kennaa jiran agarsiisu bira daru, Ebla 19, 2024
Nama mootr saayikilii yaabbatee bilboordii misaa'eloota balistikii Iraan Tehran keessatti tajaajila kennaa jiran agarsiisu bira daru, Ebla 19, 2024

Israa’el Jimaata harraa Iraan keessaatti haleellaa qilleensaa raawwachuu ishii miidiyaaleen Ameerikaa qondaaltota Israa’elii fi Yunaaytid Isteets maqaan isaanii hin ibsamne wabeeffachuun gabaasan.

Haleellan halkan darbe raawwatame kun haleellaa haaloo bahuu dhiheenya kana biyyoota lamaan edduutti raawwatame ta'us, Tehran garuu waan kana xiqqeessitee, deebii kennuudhaaf karoora akka hin qabne ibsiteetti.

This item is part of

Forum

XS
SM
MD
LG