Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sababaa Waraansaatiin Rakkoon Namoomaa Itiyoophiyaa Kaabaa Keessaa Sadarkaa Hamaarra Gahe, Jedha Tokkummaan Mootummootaa  


Fe’isi nyaataa eegumsaan geggeessamu isa maayyii ka magaalaa Tigiraay, Maqalee dhaqqabuu danda’e walakkeessa baatii muddeetti.

Uummatni miliyoona hedduun naannoo waraanaan bututte kana keessatti beela cimaan rakkataa jiru eega sanaa as gargaarsa nyaataa hin arganne. Dubbi-himaan Sagantaa Nyaata Addunyaa, ka Tokkummaa Mootummootaa, Tomson Fiirii, hojiin gargaarsaa jaarmayichaa ka Itiyoophiyaa gama Kibbaa keessaa dhaabachuuf deema, jechuudhaan gareelee wal-waraananii fi hawaasa idil-addunyaa akeekkachiisanii jiran gabaasaa guutuu caqasaa.

Sababaa Waraansaatiin Rakkoon Namoomaa Itiyoophiyaa Kaabaa Keessaa Sadarkaa Hamaarra Gahe, Jedha Tokkummaan Mootummootaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:54 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG