Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Bulchiinsi Naannoo 11ffaa Hundeeffamuuf Jira

Sumuda square, Hawasa, Ethiopia, Tuesday, November 19, 2019
Sumuda square, Hawasa, Ethiopia, Tuesday, November 19, 2019

Bulchiinsa Naannoo Uummattoota Kibba Itiyoophiyaa keessatti kan hundeeffamuuf jiru bulchiinsa naannoo 11ffaaf wuxiineen heeraa kan ittiin bulan qophaa’uu koree raawwachiiftuu murtii uummataaf itti aanaa walitti qabaa kan ta’an Obbo Xagaayee Maammoo VOAf ibsanii jiru.

Bulchiinsa Kibba Dhiyaa jedhame kun yoo hundeeffameef giddu gala tokko caalaa akka qabaatuu koreen rawwachiiftuu sagalee uummataa fi waajirri projeektii marii walii gaggeeffachuun beekamee jira.

Bulchiinsii naannoo kun hundeeffamuun kaayyoo isa dhumaa ta’u baatuusuummanni naannoo Sanaa dhabee kan ture rakkoon haqa dhabuu akka furamuu ibsameera jechuun Yonaataan Zabdiwoos Hawaasaa irraa gabaasee jira.

This item is part of
XS
SM
MD
LG