Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Hiree Murteeffannaa Uummata Naannoo Somaalee Mirkaneessuuf hojjanna: Gamtaa Ijaarame


Ethiopia Somali region and Oromia boarder

Addi Bilisummaa uummata Ogaadeen(ONLF) fi gamtaan Dimokraatawaa bulchiinsa naannoo Somaalee(SRDA) gamtaa uumuu isaanii ONLF Twitarii irratti beeksisee jira.

Gamtaan uumaniis Somali Coalation for Freedom (SCF) kan jedhu yoo ta’u bilisummaa fi haqa Uummata bulchiinsa naannoo Somaaleef kan qabsaa’an ta’u beeksiisan.

Ajandaan isaanii guddaan Itiyoophiyaa keessatti hiree murteeffannaa uummata bulchiinsa naannoo Somaalee mirkaneessuuf walitti fufiinsaan hojjachuu akka ta’e beeksisanii jiran.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG