WAASHINGITAN, DIISII —
Gareen kubbaa milaa Itiyoophiyaa har'a Ayvoorikoost waliin kan taphatee yoo ta'u Taphachiisaa namnii turan akka tasaa dhukkubsatanii dirree irratti waan kufaniif gara Hospitaalaa geeffaman.
Haga taphii giddutti addaan cituun Itiyoophiyaan 3 fi 1 durfamaa turte,Garu ramaddii biraa irraa Maadaagaaskaarii fi Niijeer taphatanii wal hin injiifatiin hafuun Itiyoophiyaan qabxii walii galaa qabduun ramaddii ishee irraa 2ffaa taatee darbuu dandeessee jirti.
Yaadawwan Ilaali (7)
Already have an account? Log in
Not a registered user? Sign up
Yaada dabalataa fe'adhu