Sambata fi Dilbata darbe Itiyoophiyaatti Hoji-gaggeessituun Imbasii Yuunaytid Isteetis, Tireesii Jaakobsan Laalibelaa Daawwatanii jiran. Bakka buutota fi Ambaasaadderoota biyyoota Awurooppaa fi Awustiraaliyaa waliin gara Kaaba walloo ka imalan Ambaasadder Tireesiin, jiraattotaa fi gaggeessitoota waliinillee wal arguun dubbatanii jiran. Obbo Sileshii Girmaa, Di’eetaan Ministira Tuurizimii Itiyoophiyaa daawwattoonni gara Itiyoophiyaatti akka dhufaniif akka biyyoottan gama lixaa qoqqobbii fi of eeggannoo imalaa Itiyoophiyaarra kaa’an fooyyeesan gaafatanii jiran.
Yaadawwan Ilaali
Already have an account? Log in
Not a registered user? Sign up
Yaada dabalataa fe'adhu