Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itoophiyaan ETRSS-01,Saatelaayitii, Gargaarsa Chaayinaa Itti Argattee Hawaatti Oli Ergatte


Nama hedduutti buufata tohannoo Hawaa Finfinnee,Inxooxxoo jiru dhufee yoo Etrss-01 Chaayinaa oli tokkofamtu daawwate
Nama hedduutti buufata tohannoo Hawaa Finfinnee,Inxooxxoo jiru dhufee yoo Etrss-01 Chaayinaa oli tokkofamtu daawwate

Saatelayitiin Itoophiyaan Hawaatti ergatte "achii geettee hujii hojjachuutit jirti" jedha ministerii teknooloojii
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:06 0:00

Itoophiyaan akka kanaan biyyoota Afikaa hedduutti daramatee saatelaayitii oli tokkofatte.Namii Finfinnee hedduun tohannoo hawaa Itoophiyaa Finfinnee jiru irraa daawwate.

Saatelayitiin Itoophiyaa kg 72 tana akka henna Itoophiyaatti ganamaan oli tokkosan.Doolara miliyoona 8tti itti bahee miliyoona 6 Chaayinaatti baase.

Itoopiyaa buufta saatelayiti irra aoli tokksosanillee Ixooxootti jraauutti jaruuf yayyabuutti jirti.

“Saatelaayitii ETRSS-01 yaasuma badhaadhina biyya teennaa tanaaf yayyaba seenaa qabu lafa keettii baga gammaddan,”jedhe itti aanaan muummee ministera Itoophiyaa Demmeqee Mokonnin.

Kun akka jecha ministera haajaa alaatti guddinna teknooloo Itoophiyaa agarsiisa.

"Hujii mootummaatti asiin gahee dorgommiitti jabaacuuf asiin baane biyya jabduu yoo jennullee tanallee itti daballee jennaa jedhe.Bajata dansaa itti baamnee hujii akkanaa irratti hojjanna,” jedha.

Itoophiyaa hujii akkanaa tana gama hawaasa saayinsii hawaa biyya isiilleen hin hojjatti.

Tana ammo akka obboo Demeqeen jedhetti jabeenna obboo Tafarraa Waaluwaatiin jaaran.Garee teknooloojii midrook Itoophiyaatti horin gargaare asiin gahuun galata.

Etrss-01 nagumaan gara itti ergan geettee oduu Itoophiyaa guuruutti jirti ministera Teknooloojii Itoophiyaa.

Saatelaayitiin tun qilleensa lafaa, odeeffannoo qonnaa,footoo guurti jedhan

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG