Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti Aanaan Abbaa Alangaa Ameerikaa Hojii Gad Dhiisuu Malu: New York Times


Itti aanaan abbaa alangaa muummichi US Rod Rosenstein hojii dhaa ari’amuun mala shakkii jedhu qabaachuu isaanii sabaa himaaleen Ameerikaa gabaasaa jiran, gabaasaaleen kaan fedhaan hojii gad dhiisuuf mari’ataa jiran yoo jedhan kaan immoo hanga hojii ari’amanitti hojii gad dhiisuuf tole hin jedhin hafan jechuun gabaasan.

Oduun kun kan dhaga’ame erga gaazexaan New York Times Rosenstein waggaa darbe kan prezidaant Traamp dubbatan dhoksaan sagalee isaanii ni waraabna, keeyata heeraa fooyyeffame 25ffaa tuquu dhaan buclhiinsaaf ga’aa waan hin ta’iniif aangoo akka gad dhiisu yoo jenne hoo yaada jedhu dhiyeesanii turan jedha NY Times. Rosenstein turban darbe gabaasa gaazexaa Sanaa ni haalanii jiran.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG