Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti aanaan pirez., Amerikaa,Mike Pence fi jaariin isaa,Karla Pence qorsii korona haaraa bu'aa qbaachuu isaa mirkansuuf limmeen waraannatan


U.S. Vice President Mike Pence receives the COVID-19 vaccine at the White House in Washington, U.S., December 18, 2020. REUTERS/Cheriss May TPX IMAGES OF THE DAY
U.S. Vice President Mike Pence receives the COVID-19 vaccine at the White House in Washington, U.S., December 18, 2020. REUTERS/Cheriss May TPX IMAGES OF THE DAY

Amerikaatti nama miliyoona 16 caalutti Koronaa qabaa dhiba kanaan nama kuma 300 caala Amerikaa keessaa lubbuu dhabe.

Qorsa haaraa dhaabii Pfizer/BioNtech waliin hojjate kanallee namii hagii tokko shakkee hanqachuu fedha.

Mike Pence,jaarii isaatii fi itti guddaan fayyaa ummata Amerika Jerome Adams hardha qorsa kana TV irratti baanii waraannatan.

Akka Pence jara qorsa kana kenneefiin jedhetti namallee hi dhukkubu “kun torbaan seenaa qabeessa,” jedhe Pence yoo qorsa haaraa kana jaje.

Qorsii kun ka dhiba irraa nama dandamachiisuu malee dibaan hin dhufu jedhanii mirkansuu fudhanne jedhan.

Doktorootii jara kana qora kana kennan akka isaan torbaan sadiin duubatit deebihan gaafatanii ammallee waraannatan gaafatan.

Joe Biden namii pirezidaantummaa Amerikaatiif filatame torbaan dhufu keessa qorsa kana fudhachuuf karoora qaba.

Amerikaatti ammatti qorsa Pfzer hojjate kennuutti jiran amma ammoo ka dhaabii Moderna hojjatellee itti dabalanii kennuutti kurfoo jiran.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG