Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti Gaafatama Waraana Amerikaa Hajaa Afrikaa Jen. Stephen Townsend fi Muummeen Ministera Itoophiyaa, Abiy Ahmed Finfinneeti Wal Mari’atan


AFRICOM/Ethiopia
AFRICOM/Ethiopia

Jeneraal Stephen Townsend imaltuuf Jibuutii fi Sooamlee fixate Itoophiyaan bahe.

Muummee Ministeraatii fi itti aanaa hajajaa waraana Itoophiyaa, Jeneraal Birhaanuu Juulaatyiin wal mari’ate.

Marii tanaan hariyummaa Ethiopian,Waldaa Afrikaa jabeessanii nagaa Afirkaa gama Bahaa eegufu wal haasahan.

Itoophiyaan akka jeneraal Jneraal Townsend nagaa Afrikaa gama Bahaa eegufu itti gaafatama guddaa qaba.

Imaltuun jeneraala kanaa akka Itoophiyaatti abmaasaadderi US, Maaykil Renberger jedhetti jijjiirma Itoophiyaa gargaaruu agarsiisa.

Jeneraalii kun bulchoota Waldaa Afrikaalleen ya wal haasahan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG