Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti-gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Naannoo Amaaraa Ajjeesaman

Itti gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa kan bulchiinsa Naannoo Amaaraa, Obbo Girmaa Yeshixilaa
Itti gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa kan bulchiinsa Naannoo Amaaraa, Obbo Girmaa Yeshixilaa

Itti gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa kan bulchiinsa naannoo Amaaraa obbo Girmaa Yeshixilaa namoottan hin beekamneen ajeefamun ibsaameeraa. Muumichii ministeeraa Itiyoophiyaa Abiy Ahimed fuulaa midiyaa hawaasaa irrati yaada kennaniin, ajjeechaa kana kan raawwatan Finxaaleyyootaa akka ta’an ibsanii gochichii “gochaa yaallaasisaa fi suukanneessaa,” jedhaniiru.

Forum

XS
SM
MD
LG