Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaakoob Zumaa Har’a Yakka Ilaalchaaf Dhiyaatan


Faayilii - Prezidaantii Afrikaa Kibbaa duraanii Jaakoob Zumaa
Faayilii - Prezidaantii Afrikaa Kibbaa duraanii Jaakoob Zumaa

Prezidaantii Afrikaa Kibbaa duraanii Jaakoob Zumaa irratti malaamaltummaa ilaalchisee yakka ilaalchii gaggeeffamuu har’a itti fufee jira.Zumaan gara jalqaba baatii kanaattti mana murtii kabajaa dhorkan jedhamuun eega hidhamanii booda hokkara lubbuu galaafatee fi saamiinsii hordofee jira.

Kaampaanii raayyaa ittisaa kan Faransaayii waliin walii galtee meeshaalee waraanaa hedduu tolfatan himannaan jedhuus Zumaa irratti dhiyaatee jira.

Prezidaantiin Afrikaa Kibbaa kan ammaa Raamaafosaan Dilbata kaleessaa Soweettoo keessatti hokkara dhaqqabee sana booda hojii qulqulleessuu gaggeeffame irratti argamuun, hokkaraa fi saamiinsii lubbuu namoota 200 galaafatee kun biyyatti keessatti tokkummaa fiida jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG