Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jala Bultiin Ayyaana Cuuphaa Hordoftoota Ammantaa Ortodoksii Biratti Har'a Kabajamaa Oolera

Ayyaana Jala Bultii Cuuphaa, Finfinnee
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:26 0:00

Jala bultii ayyaana Cuuphaa har'a magaalaa Finfinneetti taabootni bakka teessoo isaa bataskaanaa bahee gara bakka bultii laga cuuphaa iddoo adda addaatti magaalattii keessatti qophaa’ee jirutti geeffameera. Kallaatti hedduun kan walitti dhufeef taaphootin hedduun kan bulu laga cuuphaa Hurrufaa Boombiitti namoonni lakkoofsan hedduu ta’aan uffanaa aadaa saboota gara gara miidhagaan ayyaanneffacha turan.
Ayyaanni kun sirnoota adda addaa fi faarfannaadhaan dabaalameera.
Sagaaleen Ameerikaa namoota ayyaanicha irraatti hirmataan keessaa murasaa haasofsiseera .

Forum

XS
SM
MD
LG